Vision, Mission & Values

Our guiding principles that shape our organization and drive our success

CORE PURPOSE

Vision

Where we aspire to be
Mul'ata Paartii Badhaadhinaa
-----------------
A) Mul'ata bara 2018 Abdii irraa gara ifa qabatamaatti Beeksisuu
B) Mul'ata bara 2023 Fakkeenya Badhaadhinaa Afrikaa gochuu
C) Mul'ata bara 2040 fakkeenya Badhaadhinaa Idil-addunyaa taasisuudha!
Strategic Direction

Our long-term aspiration and future position

2030 Target Year
Continuous Growth
"
OUR PURPOSE

Mission

What we do every day
Kaayyoo Gooroo Paartii Badhaadhina
------------------------
Kaayyoon gooroo Paartii Badhaadhinaa Itiyoophiyaa badhaate dhugoomsuudha.
Key Focus Areas

Our daily commitment to excellence

Action Oriented
People First
"
CORE BELIEFS

Values

What we believe in
  • Duudhaalee Paartii Keenyaa
  • -----------------------
  • Kaayyoo ol’aanaan paartii keenyaa biyya tokkummaa sab-daneessi itti mirkanaa’ee fi hawaasni siyaas-diInagdee tokkoo itti uumame ijaaruu dha. Tokkummaa sab-daneessa yammuu jennu, saba, amantaa ykn eenyummaa hunda kan hammateefi loogii tokko malee hundaaf kan hojjetu jechuu dha. Paartiin keenya tokkummaa sab-daneessa keessatti heddummina sabaa, afaanii, aadaa fi hirmaachisummaa dhugoomsuuf xiyyeeffannaan ni hojjata.
  • Tokkummaa sab-daneessa ijaaruudhaan heddummina keenyaan miidhagnee, tokkummaa keenyaan cimnee, gara fuula duraatti tarkaanfachuun madda injifannoo fi cimina keenyaati. Kanaafuu, Paartiin keenya “Gamtaan taanee badhaadhina ni milkeessina, badhaadhina milkeessinee gamtaan ni jiraanna” qajeeltoo jedhuun tokkummaa sab-daneessa mirkaneesuuf xiyyeeffannoo ol’aanaadhaan socho’a.
  • 𝗞𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮 𝗹𝗮𝗺𝗺𝗶𝗶𝘄𝘄𝗮𝗻𝗶𝗶
  • Paartiin Badhaadhinaa namni nama ta’uusaatiin kabajamuu akka qabu amana. Lammii amantaa, sabummaa, koorniyaa, qabeenyaafi fayyummaan isaa eegamee, kabajaan akka jiraatuufis hojjachaa jira. Kabaja lammiiwwanii yammuu jennu, Itoophiyaanota ija tokkoon kan ilaaluu fi murteessu, Itoophiyaanonni hundi seera biyyattii duratti wal qixa kan ilaalaman, karaa haqa-qabeessa ta’een fayyadamtoota akka ta’an goochuu dabalata.
  • 𝗕𝗶𝗹𝗶𝘀𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮
  • Paartiin Badhaadhinaa bilisummaa lammiilee gama hundaan mirkaneessuudhaan namni mirga guutuu ta’e argatee hacuuccaadhaaf osoo hin saaxilamin mu’ata ofii dhugoomsuuf socho’uu akka danda’uuf xiyyeeffannoon ni hojjata.
  • Bilisummaa lammiilee mirkaneessuun yoo hin danda’amne biyya cimtuu fi badhaadhina dhugoomsite uumuun waan hin danda’ameef lammiileen dhimmoota bilisummaa lammiilee irratti dhiibbaa uumuu danda’an maqsuudhaan hirmaannaa lammiiwwanii guddisuuf Paartiin Badhaadhinaa xiyyeeffannaan ni hojjata.
Our Principles

Integrity, Excellence, Innovation, Collaboration

Integrity
Excellence
Innovation
"

Committed to Our Vision, Driven by Our Values

Together, we build a better future through our shared purpose and principles.

Subscribe to Our Newsletter