Asxichi sabdaneessummaa biyya keenyaa, tokkummaa biyyaa, kabaja biyyaa, nageenya, dimokiraasii fi ilaalama badhaadhinaa kan qabu ta’ee keessaa gara alaatti bal’achaa kan deemu walitti dhufeenya naannawaa, ardii fi addunyaa kan agarsiisu dha.