Mr Ashanafi

Welcome to the Adama City Prosperity Party official website. We are committed to sustainable development, unity, and growth.

Read More

Latest News

Itti gaafatamaan Wajjiira Paartii badhaadhinaa Magaalaa Adaamaa Obbo Ashannafii Ajjama Magaalaa Adaamaa naannoo filannoo Adaamaa 2ffatti buufata filannoo daabee garmaamaatti argamuun sagalee isaanii kennan.

Ijaarsa sirna dimokiraasii keessaatti Filannoon bakka gudda qaba jedhan Obbo Ashannafiin Kaardii Fil...

Read More
Magaalaa Adaamaa kutaa Magaalaa Dambalaatti duulli na filadhaa Paartii badhaadhina gaggeeffame.

Saganticha irraatti Hoggantoonni Magaalaa , kutaa magaalichaa fi Aanaalee Irreechaa,malkaa Adaamaa f...

Read More
Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa bokkuu shananii Aanaa Toorban Oboo Zoonii Daabee garmaamaatti duulli na filadhaa paartii Badhaadhinaa geggeeffame.

Kantiibaan itti aanaafi qindeessaan kilaastara taaajilaa magaalaa Adaamaa Obbo Nigaatuu Mootummaa pa...

Read More
Magaalaa Adaamaa Aanaa Haroorettii Zoonii Daraaraa Birraatti Sosochiin Duula “Na Filadhaa” Paartii Badhaadhinaa Gaggeeffame.

Deeggartootni fi miseensotni Paartichaa uffata Aadaa fi calaqqeewwan Paartichaan faayaman sagantaa m...

Read More
agaalaa Adaamaatti Gurmuun dubartootaa kutaa magaalaa Boolee sosochii duula "Na filadhaa" paartii badhaadhinaa taasisan.

Duulli kun hawaasa biratti hubannoo cimaa uumuu fi Paartiin Badhaadhinaa waggoota dhufan keessa karo...

Read More
Dubartoota Diinagdeen Utubuun Galma Badhaadhina Biyya Milkeessa!

Fayyadamummaa dubartootaa guddisuuf hojiiwwan garaagaraa bal’inaan hojjetamaa tureera. Dubartoota hu...

Read More

Subscribe to Our Newsletter