Latest News

miseensoni Mana Maree  waloo paartilee siyaasaa  Magaalaa Adaamaa fi  godina shawaa bahaa Raawwii filannoo bara 2018 caamsaa 24 gaggeeffame fi kallatti hojii garafuulduraarratti marii gaggeessan.

Kaayyooni marichaa hanqina fi ciminaa filannooo bara 2018 gaggeeffame keessatti mul'ate ilaaluun paartii Uummanni halka...

Read More
Itti gaafatamaan Wajjiira Paartii badhaadhinaa Magaalaa Adaamaa Obbo Ashannafii Ajjama Magaalaa Adaamaa naannoo filannoo Adaamaa  2ffatti  buufata filannoo daabee garmaamaatti argamuun sagalee isaanii kennan.

Ijaarsa sirna dimokiraasii keessaatti Filannoon bakka gudda qaba jedhan Obbo Ashannafiin Kaardii Filannoo isaaniittin Sa...

Read More
Magaalaa Adaamaa kutaa Magaalaa Dambalaatti duulli na filadhaa Paartii badhaadhina gaggeeffame.

Saganticha irraatti Hoggantoonni Magaalaa , kutaa magaalichaa fi Aanaalee Irreechaa,malkaa Adaamaa fi Wanjii akkasumaas...

Read More
Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa bokkuu shananii Aanaa Toorban Oboo  Zoonii Daabee garmaamaatti duulli na filadhaa paartii Badhaadhinaa geggeeffame.

Kantiibaan itti aanaafi qindeessaan kilaastara taaajilaa magaalaa Adaamaa Obbo Nigaatuu Mootummaa paartiin Badhaadhinaa...

Read More
Magaalaa Adaamaa Aanaa Haroorettii Zoonii Daraaraa Birraatti Sosochiin Duula “Na Filadhaa” Paartii Badhaadhinaa Gaggeeffame.

Deeggartootni fi miseensotni Paartichaa uffata Aadaa fi calaqqeewwan Paartichaan faayaman sagantaa mata duree” Itoophiya...

Read More
agaalaa Adaamaatti Gurmuun dubartootaa kutaa magaalaa Boolee sosochii duula "Na filadhaa" paartii badhaadhinaa taasisan.

Duulli kun hawaasa biratti hubannoo cimaa uumuu fi Paartiin Badhaadhinaa waggoota dhufan keessa karoora misoomaa akkamii...

Read More
Dubartoota Diinagdeen Utubuun Galma Badhaadhina Biyya Milkeessa!

Fayyadamummaa dubartootaa guddisuuf hojiiwwan garaagaraa bal’inaan hojjetamaa tureera. Dubartoota humna diinagdee isaani...

Read More
Gurmuun dargaggootaa Magaalaa Adaamaa sosochii duula nafiladhaa filannoo marsaa 7ffaa kaadhimamtoonni caffee fi paarlaamaa argamanitti gaggeesseera.

I/G Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Adaamaa fi Kaadhimamaan Caffee Oromiyaa Obbo Ashannaafii Ajjamaa dargaggoonni abbaa bi...

Read More
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa kutaa Magaalaa Luugoo Aanaa Barreechaa Zoonii Golba Barreechaatti, Duulii sosochii na filadha paartii Badhaadhinaa filannoo Biyyoolessa marsaa 7ffaa gaggeeffame.

Saganticharratti jiraattooni Zoonii Golba Barreechaafi Haadholiin siinqee, Hooggantooni kutaa Magaalichaa hirmaatan. It...

Read More

Subscribe to Our Newsletter