← Back to News

Adaamaa Kutaa Magaalaa Daabee

📰 Published on May 14, 2026
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Daabee Giddu Gala Qonnaan Bulaatti Sosochiin duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa geggeeffamaa jira. Paartiin Badhaadhinaa fedhii bu'uuraa uummattootaa karaa bu'a qabeessaafi fulla'insa qabuun mirkaneessuuf bu'uura ilaalama diinagdee damdaneessaatiin guddina diinagdee si'ataa, hunda-galeessa, addunyaarratti dorgomaa ta'e mirkaneessuun Itoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taate ijaaraa jira.Paartii Badhaadhinaa filadhaa! Mallattoon keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.

Subscribe to Our Newsletter