Itti gaafatamaan Wajjiira Paartii badhaadhinaa Magaalaa Adaamaa Obbo Ashannafii Ajjama Magaalaa Adaamaa naannoo filannoo Adaamaa 2ffatti buufata filannoo daabee garmaamaatti argamuun sagalee isaanii kennan.
📰 Published on June 03, 2026
Ijaarsa sirna dimokiraasii keessaatti Filannoon bakka gudda qaba jedhan Obbo Ashannafiin Kaardii Filannoo isaaniittin Sagalee isaanii erga kennanii booda erga dabarsaniin. Filannoon biyyalessa Marsaa 7ffaa Akka biyyaatti gaggeeffamaa jirus ijaarsaa sirna dimookirasii ,feederaliizimii dhugaa lafa qabachuu agarsiisa kan jedhan Obbo Ashannafiin filannichiis kara bilisa,haqa qabessaa fi dimookiratawaa ta'een gaggeeffamaa Jira jedhan.