← Back to News

Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaa

📰 Published on May 14, 2026
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaa Giddu Gala Qonnaan Bulaatti Sosochiin duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa geggeeffamaa jira.Paartiin Badhaadhinaa fedhii bu'uuraa uummattootaa karaa bu'a qabeessaafi fulla'insa qabuun mirkaneessuuf bu'uura ilaalama diinagdee damdaneessaatiin guddina diinagdee si'ataa, hunda-galeessa, addunyaarratti dorgomaa ta'e mirkaneessuun Itoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taate ijaaraa jira.aartii Badhaadhinaa filadhaa! Mallattoon keenya Nadoo/Bissii qamadiiti

Subscribe to Our Newsletter