โ† Back to News

Adama CityProsperity Partรฝ

๐Ÿ“ฐ Published on January 09, 2026
#Magaalaa_Adaamaa #Kutaalee_Magaalaa Jahanitti(6tti) raawwiin hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 2ffaa bara 2018 Hoggantoota kutaa Magaalaa fi Aanaalee Waliin qoratamaa jira. Waltajjii gamaggamaa kanaan raawwiin hojii paartii fi mootummaa kurmaana 2ffaatti qindoominaan hojjetamaa turan kan qoratamu yommuu ta'uu, ciminootaa fi hanqinaaleen raawwii addaan bahan irratti kallattiin hojii itti aanu kan kaa'amu ta'uu ibsameera. Adama CityProsperity Partรฝ

Subscribe to Our Newsletter