← Back to News

agaalaa Adaamaatti Gurmuun dubartootaa kutaa magaalaa Boolee sosochii duula "Na filadhaa" paartii badhaadhinaa taasisan.

📰 Published on May 19, 2026
Duulli kun hawaasa biratti hubannoo cimaa uumuu fi Paartiin Badhaadhinaa waggoota dhufan keessa karoora misoomaa akkamii akka qabu uummata barsiisuu irratti kan xiyyeeffateedha.Itti gaafatamtuun Gurmuu Dubartootaa kutaa magaalaa Boolee Aadde Gannoo Abdulqaadiir paartiin badhaadhinaa fayyadamummaa dubartootaa yeroo kamiyyuu caalaa mirkaneessuun, dubartootni siyaas diinagdeen ijaaramanii guddina biyyaa keessatti qooda isaan irraa eeggamu akka bahataniif hojjechaa jira jedhan Paartii Badhaadhinaa filachuun ce'umsaa fi misooma biyyaa haa milkeessuu jechuunis ergaa isaanii dabarsaniiru.

Subscribe to Our Newsletter