Bitootessa 24:Madda Abdii fi Bu'uura Fakkeenyummaa Keenyaati!
📰 Published on April 02, 2026
Bitootessa 24 yaadachuun mul'ata biyyi qabatte caalmaan haaromsuun duratti kan ittiin tarkaanfannu,cunqursaa duraan ture yaadachuun maal qabna maal dhabne jennee xiiqidhaan kaka'umsa olaanaan ergamoota akka mootummaatti bahan caalmaatti milkeessudhaaf mul'ata biyyi qabatte galmaan gahuuf ergama dabalataa fudhachuun waadaa keenya kan ittiin haaromsinuudha.Jiraattonni Magaalaa Adaamaa Bitootessa 24 Sababeeffachuun Hiriira Deeggarsaa Taasisaa Jiru.