โ† Back to News

Buusaa Gonofaan furmaataa rakkoolee taatee uumamaa fi nam-tolcheeti

๐Ÿ“ฐ Published on January 09, 2026
#Kutaa_Magaalaa_Bokkuu_Shanan Buusaa Gonofaan furmaataa rakkoolee taatee uumamaa fi nam-tolcheeti!l Buusaan Gonofaa dhaloota kennaa aadeffate, jaalala hojii qabu, aadaa qusannaa fi quuqama namoomaa qabu uumuun beekumsa, dandeettii, muuxxannoo fi qabeenya hawaasaa qindeessudhaan qaamolee hawaasaa balaa uumamaa fi nam tolcheetiif saaxilaman deeggaruu, baraaruu, dandamachiisu fi deebisanii dhaabuuf hojjataa jira. Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Bokkuu Shanan Aanaa Torban Oboo, Haroorettii fi Awash Malkaa sa'aatti Sosochii buusaa gonofaatiin Midhaan Kuntaala 1150 walitti qabamee jira. Adama CityProsperity Partรฝ

Subscribe to Our Newsletter