← Back to News

𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮 𝗛𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗱𝘂𝗯𝗮𝗿𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗝𝗮𝗯𝗮𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲𝗳𝗶 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘁𝗲!

📰 Published on February 20, 2026
aartiin Badhaadhina gahee dubartootni sirna utubuu fi tiksuu keessatti qaban sirnaan hubachuun hirmaannaafi fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf gama hundaan hojjetaa jira. Bu'uura kanaan, Magaalaa Adaamaatti mariin sosochii dubartoota waliin mata duree "Itoophiyaa Hirmaannaa dubartootaatiin jabaattee fi badhaate" jedhuun gaggeeffamaa jira. Kaayyoon marii kanaas seenessa waloon ijaarsa biyyaa eegalle daran saffisiisuu, obbolummaa sab-daneessummaa cimsuu fi yaadama ida'amuun hirmaannaa dubartootaa gama siyaasaa, dinagdee, hawaasummaa fi nageenyaatiin caalmaatti akka cimu gochuun Itoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti ceesisuuf taasifamu akka mirkanaa'u gochuudha.

Subscribe to Our Newsletter