← Back to News

Gamaaggamni raawwii hojii milkaa'inoota argaman caalmaatti itti fufsiisuudhaan galmoota gurguddoo qabanne milkeessuuf humna guddaadha.

📰 Published on April 14, 2026
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Gamaggamni Raawwii Hojii Paartii fi Mootummaa Kurmaana 3ffaa Bara 2018 Hoggantootaa fi Qooda Fudhattoota Sadarkaan Jiran Hirmaachise Gaggeeffamaa Jira. Gamaaggama kanaan hojiiwwan gama Paartii fi Mootummaan fayyadamummaa Ummataa mirkaneessuuf baatiiwwan saglan darbanitti raawwataman keessatti hanqinaafi Ciminoota mul'atan adda baasuun kallattiin kan kennamu ta'uun ibsameera.

Subscribe to Our Newsletter