Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenya Badhaadhinaa Taateetti ceesisuuf hirmaannaa Dubartootaa ol'aanaadha.
๐ฐ Published on April 17, 2026
Aanaalee Magaalaa Adaamaatti Konfiransiin Gurmuu Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Kurrmaana 3ffaa Bara 2018 Gaggeeffameera. โKonfiransii kanaan Gabaasni raawwii hojiiwwan kurmaana 3ffaa dhiyaachuun marii bal'aan gaggeeffameera.
Imala badhaadhinaa roga hundaan jiru galma barbaadamuun gahuuf gaheen dubartootaa olaanaa waan ta'eef gurmaa'insa cimaadhaan gahee isaanii itti fufinsaan bahataniif konfiransii akeekee fi kallattiin hojii fuula duraas kennameera.