โ† Back to News

Kutaa Magaalaa Luugoo/ Labsiiwwan Gubaa

๐Ÿ“ฐ Published on January 09, 2026
Kutaa Magaalaa Luugoo #Aanaalee #Dirree_Nagayaa #Migiraa #Barreechaa Labsiiwwan Gubaa; Injifannoowwan Mootummaa Idaโ€™amuuโ€ Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Luugoo Aanaalee Dirree Nagayaa,Migiraa fi Barreechaa Mariin kutaalee hawaasaa garaagaraa hirmaachise taa'amaa jira. Kaayyoon marii kanaa, gaaffiiwwan ummataa, komiiwwan kenna tajaajilaa, qaala'iina jireenyaa, hojii dhabdummaa fi rakkoo nageenya waliin wal qabatee uummanni kaasaa jiruuf akkamittiin deebiin akka itti kennamaa jiruufi rakkoowwan kanniin hiikuf karoora mootummaan qabate uummatni akka hubatuf kan akeekkatee dha. Adama CityProsperity Partรฝ

Subscribe to Our Newsletter