← Back to News

Labsiiwwan Gubaa, Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu

šŸ“° Published on January 09, 2026
ā€œLabsiiwwan Gubaa, Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuuā€ #Aanaalee_Badhaatuu #Odaa #Dagaagaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa Aanaalee Badhaatuu ,Odaa fi Dagaagaatti Mariin hirmaannaa fi fayyadamummaa ummataa fulla’iinsaan mirkaneessuu kaayyeeffate ergaa ijoo ā€œ Labsiiwwan Gubaa; Horataalee Mootummaa Ida’amuuā€ jedhuun gaggeeffamaa jira. Gaafiiwwaan fi komiiwwan ummanni waltajjiiwwan gara garaa irratti ka'aa turan sadarkaan itti deebi'aa jiranii fi hanqinaaleen ammas xiyeeffannaa barbaadan dhiyaatanii irratti mari'atama. Mariin ummata waliin taasifamu gama tokkoon hirmaannaa fi fayyadamummaa ummataa mirkaneessa gama biraatiin ammoo dandeettii raawwachiistummaa mootummaa jabeessaa deema. Adama CityProsperity Partý

Subscribe to Our Newsletter