Labsiiwwan Gubaa, Injifannoowwan Mootummaa Idaāamuu maraaf
š° Published on January 09, 2026
#Malkaa_Adaamaa #Irreecha #Wanjii
āLabsiiwwan Gubaa, Injifannoowwan Mootummaa Idaāamuuā
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaa Aanaa Malkaa Adaamaa,Irreecha fi Wanjiitti Mariin hirmaannaa fi fayyadamummaa ummataa fullaāiinsaan mirkaneessuu kaayyeeffate ergaa ijoo ā Labsiiwwan Gubaa; Horataalee Mootummaa Idaāamuuā jedhuun gaggeeffamaa jira. Gaafiiwwaan fi komiiwwan ummanni waltajjiiwwan gara garaa irratti ka'aa turan sadarkaan itti deebi'aa jiranii fi hanqinaaleen ammas xiyeeffannaa barbaadan dhiyaatanii irratti mari'atama.
Mariin ummata waliin taasifamu gama tokkoon hirmaannaa fi fayyadamummaa ummataa mirkaneessa gama biraatiin ammoo dandeettii raawwachiistummaa mootummaa jabeessaa deema.
Adama CityProsperity Partý