Leenjee Haaromsa Aadaa KM Luugoo
📰 Published on February 20, 2026
Leenjii kun Aadaan hojii, Qusannaa, Liqeeffatanii hojjechuu dargaggootaa akka foyyaa'uufi ilaalchoonni duubatti hafoon akka jijjiiramu gochuu keessatti gahee olaanaa qaba.
Hoggansi Olaanaan Kutaa Magaalaa irraa Leenjicha qabatees, Dargaggootni Oromoo Diinagdeen, Barnootaafi Teeknoolojiin fi Sirna cimaa ijaaruu keessatti qooda isaanii akka bahatan kallattii kaa'anii jiru.