Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Daabee Aanaa Solloqqee Dongorree ,Hangaatuu fi Caffeetti Sagantaan duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa Dubartoota Aanichaa Waliin geggeeffameera jira.
📰 Published on May 07, 2026
Paartiin Badhaadhinaa milkaa’inoota gama hundaan galmeessuudhaan ce'umsa biyyaa dhugoomsuu irratti argama. Paartiin Badhaadhinaa Waggootii shanan itti-aananitti jijjiiramni argame fulla’insaan akka dhugoomuufi biyya fakkeenya badhaadhinaa taate ijaaruuf nii hojjeta.