← Back to News

Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaa Aanaa Irreechaa fi Wanjiitti Sosochiin Duula Na Filachaa Dubartootaa waliin gaggeeffameera.

📰 Published on May 07, 2026
Hirmaannaafi fayyadamummaa dubartootaa gama hundaan karaa itti fufiinsa qabuun mirkaneessuuf Paartii dhaloota har'aafi egeree kan ta'e Paartii Badhaadhinaa filadhaa!

Subscribe to Our Newsletter