← Back to News

Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaatti Sosochiin Duula Na Filachaa Dargaggootaa waliin gaggeeffameera.

📰 Published on May 07, 2026
Ijaarsa biyyaa keessatti gaheen dargaggootaa olaanaadha. Jijjiirama akka biyyaatti argame keessattis gaheen isaanii guddaadha.Paartiin Badhaadhinaa kana hubachuun hirmaannaafi fayyadamummaan dargaggootaa gama hundaan akka dhugoomuuf xiyyeeffannaan hojjetaa tureera.Hirmaannaafi fayyadamummaa darggootaa gama hundaan karaa itti fufiinsa qabuun mirkaneessuuf Paartii dhaloota har'aafi egeree kan ta'e Paartii Badhaadhinaa filadhaa!

Subscribe to Our Newsletter