← Back to News

Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Danbalaatti duula sosochii na filadhaa paartii badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaa biyyoolleessaa gaggefamaa jira.

📰 Published on May 02, 2026
Magaalaa Adaamaa akka kutaa magaalaa Danbalaatti sosochii duula na filadhaa paartii badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaa biyyooleessaa bakka Itti anaan kantibaa fi qiindeessaan damee dinagdee magaalaa Adaamaa obbo Maatiwoos Sabboqaa , Af yaa'iin magaalaa Adaamaa addee Imabeet Jibbaa ,hoggansii magaalichaa, kutaa magaalichaa,Aanaa Wanjii,Malkaa Adaamaa,Irreechaa , miseensoonni fi deegarttonni paartichaa argamanitti gaggeefamaa jira. Sagantaa duula sosochii na filadhaa akka kutaa magaalaa Danbalaa istaadiyeemii wanjitti bakka miseensoonni fi deeggerttonni paarticha kumaatamaan argamanitti motto paartiin keenya badhaadhina ,mallattoon keenya nadoo qamadiiti jedhuun gaggefamaa jira.

Subscribe to Our Newsletter