← Back to News

Magaalaa Adaamaa Kutaalee Magaalaa 6'n tti Gamtaan Paartii Badhaadhinaa Hojjettoota Mootummaa Sadarkaa Magaalaa, konfiransii kurmaana 3ffaa gaggeessaa jiru.

📰 Published on April 22, 2026
Konfiransii kanaan gabaasni raawwii hojii Paartii kurmaana 3ffaa dhiyaatee ciminaa fi hanqinaalee mul'atan irratti kan mari'atame yemmuu ta'u, miseensonni Paartichaa hirmaannaa hunda galeessaan imala ol ka'iinsa biyyaa dhugoomsuu keessaatti gahee itti fufiinsaa akka bahatan konfiransii dandeessisedha.

Subscribe to Our Newsletter