Sosochiin duula na filadhaa paartii badhaadhinaa sadarkaa zooniiwwaniitti itti fufeera.
📰 Published on May 13, 2026
Kutaa Magaalaa Booleefi Luugoo Aanaa Barreechaa,Andoodee,Gooroo,Dhakaa Adii Zoonii Abbaa Gadaa,Coqonuu,Madda Qaroominaafi Sooleetti sosochiin duula na filadhaa bakka keessummoonni gara garaa fi hawaasni zoonii argamanitti sirnoota gara garaatiin gaggeeffameera