Latest News

Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Booleetti Waajjirii paartii Badhaadhina Aanaan Dhaka Adii Sossochii duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa gaggeessee.

Saganta duula na filadha kana irratti Hoggantoonii kutaa magaalichaa fi Aanichaa akkasumaas deggartoonni paartii badhaad...

Read More
Bulchiinsa Aanaa Caffeetti Waajjirri Paartii Badhaadhinaa sagantaa sosochii duula nafiladhaa fi manifeestoo gaggeesse.

Saganticharratti argamuun ergaa kan dabarsan itti gaafatamaa Waajjira Paartii badhaadhina Aanaa Caffee Obbo Yuusuf Shaaf...

Read More
Manni Maree Waloo Paartilee Morkattootaa Damee Magaalaa Adaamaa sadarkaa Naannoo Filannootti  hundeeffame!

Paartileen morkattootaa filannoo Biyyaalessa Marsaa 7ffaa irratti hirmaachaa jiran waliin Mana Maree Waloo Naannoo Fila...

Read More
Hojii Haaromsa Aadaa Daran Cimsuun Imala Badhaadhinaa Jalqabame Dhugoomsuu Qabna. Obbo Ashannaafii Ajjamaa Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Adaamaa

Konsartiin 'Faana Nagaaa' Magaalaa Adaamaa Jalqabame. Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Adaamaa Obbo A...

Read More
Artistoota Qaaaliifi Beekamoo Konsartii Nagaarratti Xiyyeeffate "FAANA NAGAA" Jedhuun Magaalaa Adaamaatti Guyyaa 17/8/2018 Adeemsifamu Irratti Hirmaataniif Maarsh Baandiifi Garmaama Fardaatiin Simannaa Hoo'aan Taasifame.

Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Adaamaa Obbo Ashannaafii Ajjamaa haasawa simannaa taasisaniin Mootu...

Read More
nispeekshinii Cimaa fi Supherviizinii Qindaa’een Ijaarsa Paartii Cimsuu

Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Adaamaa, gamaggama hojii kurmaana 3ffaa sadarkaa naannootti gaggeeffameen...

Read More
Magaalaa Adaamaa Kutaalee Magaalaa 6'n tti Gamtaan Paartii Badhaadhinaa Hojjettoota Mootummaa Sadarkaa Magaalaa, konfiransii kurmaana 3ffaa gaggeessaa jiru.

Konfiransii kanaan gabaasni raawwii hojii Paartii kurmaana 3ffaa dhiyaatee ciminaa fi hanqinaalee mul'atan irratti kan m...

Read More
Magaalaa Adaamaatti waajjirri paartii Badhaadhinaa Kutaa magaalaa  Luugoo  konfiransii paartii kurmaana 3ffaa gamtaa hojjettoota mootummaa gaggeesse.

Hojimaataafi qajeeltoo paartii Badhaadhinaa keessaa inni tokko kurmaana kurmaanaan miseensota paartichaa waliin konfira...

Read More
"Inispeekshinii cimaa hojimaata teeknoloojiin deggarameen  of gahoomsaa paartii cimaa ijaaruuf qindoominaan hojjechuu qabna." Obbo Kaffaaloo Tafarraa

Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa gabaasa argannoo KIN hanga kurmaana 3ffaa, raawwii adeemsa filannoo diimok...

Read More

Subscribe to Our Newsletter